Judges 21:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jannaani jaaroleeni gumi waan jette, Nad'eeni tokoleeni gosa Benjamini keesati inhamne. Nu amma worra hafe kana eesaa dubra iti agarra?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsonni gumi'ii, «Worra Biiniyaamii keessaa dubartoonni waan dhabamaniif namoonni hafan akka haadha manaa argatan nu maal haa goonu?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre sooressitooti wolde'aa, «Gosa Beniyaaminii keessa dubartiin dhibiin waan hin hafiniif, namoota hafane kana eessaa niitii fuusinna ree?