Judges 21:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo dandeenne dubra teenna infuusimnu wonti akanatiifi, nu qara kakhanne, aka nama keenna ka worra Benjaminiti dubra kennu abaaru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii, «Namni ijoollee Biiniyaamiititti ijoollee durbaa mucattii ufii heerumsiise haa abaaramu» jedhanii waan kakataniif, «Nu'u ijoollee teenna isaanitti hin heerumsiifnu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee nuuti, ‹Durra ifii gosa Beniyaaminii ka heerumsiise ka abaarame te'uu ti› jennee waan wol kakachiinnneerruuf, durra teenna isaan hin heerumsiinnu» jedhane.