Judges 21:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani heregani waan jed'ani jilti AABBO Waaqa ta ganna, ta Shiloti tolchani, ya d'iaate. (Shiloni suni Bethliini mirgaa, Lebonani bitaa, ammalle kara Bethelifi Sheimu jiddu bahuni ila boru.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa, «Ayyaanni wogga wogga'aan Seelo'otti Rabbii qophaayu hin jira» jedhanii yaadan; Seeloon Beeteeliin irraa gara kaabaa, Laabonaa irraa gara kibbaa, karaa gara baya biiftu'uutiin Beeteelii fi Seekeemiin jiddu'utitti argamti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, «Kunoo, qachaa Shiilo'oo ka qachaa Bet'elii irraa gara kaabaa, Lebonaa irraa gara kibbaa, karaa qachaa Bet'elii ka gara qachaa Sheekemii geessu irraa gara aduun baatu jirtuutitti, jilti Mootii Waan Maraa wogguma wogga'aan jilifanti» jedhanee yaadane.