Judges 21:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan worra Benjaminitini jed'aani, Beena, oobru zabibu keesati d'okhad'a
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu worra Biiniyaamii akkana jedhanii ajajan, «Deema'aatii muka woyini'ii keessatti dhokadhaa'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan gosa Beniyaaminiitiin, «Dhaqa'aatii muka woyni'ii keessatti ripha'aatii,