Judges 21:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo abbootifi oboleyaani worra barbaadu d'ufte isani gaafate, waan jettaniini, D'iiro, nu eebisa, nu lola keesa isani ira infud'anne. Ammalle waan isani ufiini nu inkeniinifi isani kakhu teesani inch'absine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonni isaaniitii fi obboleewwan isaanii isiniin lolu'uuf yoo isinitti dhufan, «Nu isaan hunnaan waan hin fudhanneef yabo'oo nuu dhiisaa'a; garuu nu'u fedhaan waan isin irraa isaan hin fuuneef yakka jalaa hin baatan jechuu dandeettan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin isaanii yookiin obboleeyyan isaanii dhufanee yoo nutti himatane, nuuti isaaniin, ‹Yennaa lolaa, isaan maraayyuu niitii fuusisiisaaf durra hin dhaggine; isinille durra teessan waan itti hin heerumsiisiniif, yakkaa hin qaddanu; tanaaf nu'uuf jedha'aatii mararti'iin isaan ilaala'a› hin jenna» jedhane.