Judges 21:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Benjamini akuma worri jed'e tolche; worri ch'uftinu dubra Shiloti sirbitu keesaa fuud'ani itiini d'aabatani. Jennaani lafa ufiti galani, dira ufi jaaratani keesa taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Biiniyaamii akkuma isaan jedhan godhan, haga laakkobsa isaaniitiin durba sirbu'uuf yaate butanii haadha manaa taasifatanii gara lafa ufii deebi'anii qachoota ijaaratanii keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Beniyaaminii akkuma isaan jedhane godhane; duraa sirbitu san keessaa tokko tokkoon isaaniituu butanee niitii godhatane. Achiin duuba gara lafa ifii deebi'anee, qachootalle deebisanee ijaarratanee keessa qubatane.