Judges 21:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Israeli keesa hayyuuni injiru, nami ch'ufti woma fed'i ufi taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san worri Israa'elii mootii hin qaban ture; namni maruu woma isatti mishaa fakkaate godha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Israa'elooti mootii waan hin qanneef, nami martinuu waanuma fedhe godhaayyu.