Judges 21:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu maani taana, aka worra Benjamini suni ka hafe dubra fuusimnu? Nu qara AABBO Waaqa durati kakhanne, aka dubra teenna worra infuusimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nu akka ijoollee teenna ta durbaa isaanitti hin heerumsiifne waan kakanneerruuf worri hafan haadha manaa akka argatan maal haa goonu?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti durra teenna akka isaaniif hin kennine maqaa Mootii Waan Maraatiin waan kakanneerruuf, namoota Beniyaaminii ka hafane kana eessaa niitii fuusinna ree?» jedhane.