Judges 21:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba wolgaafatani waan jed'ani, Eenuti gosa Israeli keesa woldeenna Mispa ind'ufini? Jennaani nama tokole ka Yabesh-Gileadi d'ufe d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Gosa Israa'elii keessaa gara Rabbii gara Mitsipha'aa ka hin baane eennu? jedhan; hennaa san Iyyaabisii Gala'aadii keessaa namni tokkollee gara gumii Rabbii hin baane ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, «Gosa Israa'elii keessaa fuula Mootii Waan Maraa duratti qachaa Miispha'aatitti ka hin dhufin jiraa?» jedhanee wol gaafatane; kunoo qachaa Yaabesh-Giil'aad irraa nami tokkolle gara wol geyi'ii akka dhufee hin jirre hubatane.