Judges 3:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi duuba AABBO Waaqi gosa gari lafa Kanaani keesati lakise, aka worra Israeli ka waan had'iisa imbeenne ilaalattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ormaa ka Rabbi worra Israa'elii ka lola hin baranneen isaan qoru'uuf lola isaan barsiisu'uuf worri Kana'aanotaa ka inni achitti hambise kanniin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eloota lola Kana'aanii keessatti hin dhaggamin haga ittiin ilaaliisaaf, gosi biyya adda addaa ka Mootiin Waan Maraa lakkise ka asii gadii kana.