Judges 3:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba haga ganna afurtama lafti nagaya argate, eegi suni Othnielini lubbu d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san irraa jalqabee biyyiti sun haga woggaa afurtamaa lola irraa hara baafatte; achiin maayessa ilmi Qeeneezii Gotoniyaal hin du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf latti woggaa afurtama nageyaan turte; achiin duuba ilmi Qenazii Otnii'el du'e.