Judges 3:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Israeli AABBO Waaqati bohe inni nama worra baasu ergeefi. Nami sunini Ehudi, ilma Gera, ka gosa Benjamini ammalle inni bitaacha. Worri Israeli Ehudi gara hayyicha Egloni damoosani erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ijoolleen Israa'eliillee gara Rabbii iyyinaan nama achi keessaa isaan baasu nama gosa Biiniyaamii Eehuudii bitaatticha isaanii kaase; ijoollee Israa'elii karaa isaatiin gara mootii Moo'aabii gara Eegloomii gibira ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Israa'elooti gara Mootii Waan Maraa iyyane; innille nama isaan bilisa baasu, sanyii Beniyaaminii keessaa ilma Gera'aa Ehud ka harka bitaachaa isaan qarqaaruuf kaase. Israa'elooti mootii Mo'aabii Eglooniif akka gibira geessu isa ergane.