Judges 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Ehudini waan suni kenneefi, inni worra damoosani d'ufeeni, gala jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga gibira gabbareen maayessa, namoota gibira fuudhan geegesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ehud gibira kenneen duuba, worri gibira ba'atee dhaqe, gara mana ifii akka deebi'anu godhe.