Judges 3:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ato hayyichi mana isaa gubba fulla qabanooftu koba tau, Ehudini iti olkore waan jed'eeni, D'aamsa Waaqa ka siti himu qaba. Hayyichi olkae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eehuud, mootii teessoo ufii irra taa'eerutti siiqee, «Ergaa Waaqaa sitti himaa» jedheen; yoo mootichi teessoo ufii irraa ol ka'u,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Egloon kolloo ifii ta mana gubba'aa ta qilleensa qaddu keessa qofuu tee'eeruun, Ehud isa bira dhaqee, «Ergaa Waaqa biraa sii dhutte qaba» jedheen. Mootichille ol ka'ee dhaabbatte.