Judges 3:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ehudini harka isa bitaachani bilaa gama mirgati fud'ate, hayyicha garaa isa gudda kaani keesa woraane,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eehuud harka ufii ka bita'aatiin billawa ufii luqqifatee garaa isaa keessa woraane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ehud shallaagaa ifii tafa middaa irraa harka bitaachaan buqqifatee, gadhaa mootichaa hordee woraane.