Judges 3:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
bilai ch'ufti keesa bade, moori isaa bilaa suni duuche. Ehudini bilaa kaani garaa hayyu keesati lakise, bilai kaani dudda duubani fullae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Billoofni haga gonfaa moora keessa lixee duubaan fulla'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen qabata shallaaga'aalle adoo hin hafin gadhaa keessa seenee, qacceen shallaaga'aa dudda duubaan fullaate; moorri namichaa shallaagaa waan golleef, Ehud shallaagaa gadhaa namichaa keessaa hin buqqinne.