Judges 3:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kae iti d'aabate. Hojattuuni d'ufte, balbala qulfi qabdu agarte waan woliini jette, Hayyuuni hegeri finch'au jirafa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Eehuud lixeen maayessa garboonni isaa dhufanii akka balbalti duubaan cufamteertu arganii maal laataa fincaaniif taa'eera jedhanii achuma turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ehud mana keessaa bayee deemeen duuba, tajaajiltooti isaa dhufanee balbalti kolloo mootichaa ta mana irraa cufanteertuun yennaa dhaggane, mootichi faalowa irra waan jiru seyane.