Judges 3:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ehudini, ato worri tae eegu, kae d'akhaa boch'ani kaani bira bahe Serati baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaan uduu dhaabatan turan san keessa Eehuud dheessee dhaaba dhagaa ka waaqa tolfama'aa san lufee Seerota'atti gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti mootichaa balbala banamiisa adoo eeganuu, Ehud isaan irraa fagaatee deeme. Inni dhakaa ijaarsaaf qotanee baasanu san irra taree, gara Se'iira'aa miliqe.