Judges 3:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan worrani jed'e, Na gula koota, AABBO Waaqi yayu nyaapa keesani ka Moabu harka keesaniti kenne. Duuba worri Ehudi gula yae, fulla worri Moabu galaana Yordanitini taaku qabe, nama tokole dabru d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kunoo Rabbi diina keessan Moo'aabiin dabarsee isinii kenneeraa na duukaa koottaa'a» isaaniin jedhe; isaanillee isa faanaa gad bu'anii karaa worri Moo'aabii laga Yoordaanosii ceewuun qabatanii nama tokkollee ceewuu dhooggan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Mootiin Waan Maraa diinota keessan worra Mo'aabii harka keessanitti dabarsee waan kenneef na hordofa'a» jedhe. Tanaaf isaan isa gula gad bu'anee, malkaa laga Yordaanosii ta gara Mo'aabii gamatti bayanu qabatanee, nami tokkolle achiin akka hin dabarre dhooggane.