Judges 3:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni worri Israeli worra Moabu dabsate, duuba lafti haga ganna saddeetama nagaya argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafas Moo'aab harka ijoollee Israa'elii jalatti salphate; achiin maayessa woggaa saddeettamaaf nagaya argatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti gaafa san worra Mo'aabii injifatte; latti sunille woggaa saddeettama nageya dhaggatte.