Judges 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti worra kana achiti lakisanifi aka Israeli ilaalatani, aka worri Seera AABBO Waaqi afaani Musatiini ababoota isaniti kenne guutu yokhaani inguunne argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja Rabbi abboota isaaniitii Muuse'etti kenne akka beekan worra Israa'elii qoree laalu'uuf worri inni hambise kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa kun, ajaja Mootiin Waan Maraa karaa Muuse'eetiin abbootii isaanii ta duriitiif kenne, Israa'elooti akka ajajamanu yookiin hin ajajanne beekiisaaf ittiin haga ilaaliisaaf achitti hafane.