Judges 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi worra Israeliti dallane, harka nyaapa worraa hayyu Kushan-Rishathamu, ka Mesopotamiati lakise, inni haga ganna saddeeti worra mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Rabbi worra Israa'eliitiin lolee harka mootii Maasephexomiya'aa Kusaarsate'etti dabarsee isaan kenne, ijoolleen Israa'eliillee woggaa saddeetii Kusaarsatee jalatti bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Israa'elitti guddoo aaree, harka mootii Mesophotaamiya'aa, Kushaan-Riishaataayimiititti dabarsee isaan kenne; isaanille woggaa saddeeti mootii san tajaajilane.