Judges 4:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hojuma suni Heberini, ka gosa Keni, waaro ufi, d'aatu Kadeshi mukha gudda toko birati, fulla Saananimu d'aabate, inni qara worra gosa Keni kaani, ka ilmaani Hobabu, ka sodda Musa, biraa godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hebeer namni gosa Qeenee ijoollee Obaabii soddaa Muuse'ee worra gosa Qeene'ee irraa fooyame; Qaadesitti dhiyaatee muka guddaa Saa'inaahimiin bira jiru biratti daasee dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heberiin Qenichi sanyii Hobaabii abbaa soddaa Muuse'ee, worra Qenootaa dhibii irraa gargar bayee, dunkaana ifii lafa «Zaa'anaaniim» jedhantu ta qachaa Qedeeshii bira jirtu keessatti, muka qilxa'aa cina'atti dhaabe.