Judges 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaari isaa ka d'ibba sagali ka sibiila kaanifi askarti isaa ch'ufa ta Harosheth-Hagoimu jirtu wolti yaame, galaana Kishoniti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Siisaaraan garuu konkolaataa fardaatii fi konkolaataa sibiilaa dhibba sagalii banii isa woliin jiran maraa Ariisootii gara laga Qisooniititti wolitti isaan qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Siiseraalle garreettaa sibiilaa ka fardaan harkifamu dhibba sagalii fi loltoota ifii mara Haroshet-Hagoyiim irraa gara laga Kiishonii wolitti qabe.