Judges 4:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Deborani waan Barakani jette, Beeni, AABBO Waaqati sini deema! Arra Sisera harka kanketi kennani. Duuba Barakani gaara Tabori ira nama kunki kud'ani ka duula woliini bue.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dibooraan Baarqiin, «Ka'i! guyyaan Rabbi Siisaaraa harka kee jala galchu adha waan ta'eef Rabbi si afoo bayeeraa» jetteen; Baarqillee namoota kuma kudhanii qabatee gaara irraa gad bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Deboraan Baaraaqiin, «Mootiin Waan Maraa adha Siiseraa harka keetitti dabarsee waan kennuuf, ka'i! Mootiin Waan Mara si'iin dura hin deema» jetteen. Maarre Baaraaqi loltoota kuma kudhan woliin gaara Taaborii irraa gad bu'e.