Judges 4:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yaelini gabaate, Sisera yoyifate waan jetteeni, Aabbo waaro tiyya olseeni, insodaatini. Duuba inni olseene, isiini isa golla duubati d'ossite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaa'elillee Siisaaraa reebbattee, «Gooftaa kiyya homaa hin sodaatinii seeni» jetteenii jennaan, innillee daasee isi'ii keessa seene, isiinillee golga keessatti isa dhossite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaa'elille Siiseraa fudhatiisaaf gad baatee, «Goottaa kiyya koy; gara dunkaanii tiyyaa seen; hin sodaatin» jetteen. Inni yennaa seene, isiille golla'aan duubatti isa dhossite.