Judges 4:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi Yabini, hayyu Kanaani, ka dira Hazori keesa tau, worrati lakise. Guddaani Askarti isaa gaafasi Sisera, ka Harosheth-Hagoimu tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Rabbillee mootii biyya Kana'aanii ka Atsooriin irratti mooye harka Iyyaabiisii jala isaan galche; ajajaan loltoota orma sanii Sisaaraa Aarsootiin keessa taa'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, harka Yaabiinii mootii Kana'aanii ka qachaa Hazoorii bulchuutitti dabarsee isaan kenne. Ajajaan loltoota isaa, nama «Siiseraa» jedhamu ka qachaa Haroshet-hagoyiimii keessa le'u.