Judges 4:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan jed'eeni, Balbala waaro dura eji, hojja nami d'ufe, Nami arma jira? jed'e sigaafate injiru jed'iini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa innillee isi'iin «Gad bayii balbala daase'ee afoo dhaabadhuu yoo namni dhufee si gaafate hin jiru jettaanii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni isi'iin, «Seensuma dunkaani'ii dura dhaabbadhu; eennulle dhufee, ‹Nami as jiraa?› jedhee yoo si gaafate ‹Hin jiru› jedhiin» jedhe.