Judges 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Siserani guddo dad'abe aka male rafe. Jennaani Yaelini burrisafi d'isa waaroo fuute, laanuma gara isaa d'at'e, d'isa suni madditi d'oofte fulansite lafati hod'ite isa ijeefte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati manaa Hebeerii Iyyaa'el xiribbaa daase'een dhaabanii fi sukkaya ittiin gad dhooftuun fudhattee suutaan itti dhiyaattee isaa dadhabee rafa'aaru xiribbaa sibiilaatiin gurra keessaan lafatti gad hodhitee ajjeefteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Siiseraan guddoo waan dadhabeeruuf hirriiba hamaa keessa jiraayyu; achiin duuba Yaa'eliin niitiin Heberii burrisaa fi togaa dunkaanaa fudhattee, laana gara isaa dhaxxee, guunaa gurra isaatitti dhoottee lafatti fullaache; innile du'e.