Judges 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yabinini gaari sibiila d'ibba sagali qaba, duuba inni worra Israeli ganna diddama dabse, naasu male mohate. Jennaani worri Israeli AABBO Waaqati bohe qarqaarsa kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii gara Rabbii iyyan; Iyyaabiis waan konkolaataa sibiilaa dhibba sagal qabuuf ijoollee Israa'elii woggaa diddamaaf guddisee isaan rakkisa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yaabiin garreettaa sibiilaa ka fardo'oon harkifamu dhibba sagal waan qabuuf, woggaa diddama gadhi-jabeennaan waan cunqurseef, Israa'elooti akka Mootiin Waan Maraa isaan qarqaaruuf iyyite.