Judges 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Barakani waan jed'eeni, Anini yo atini na woliini deemte male indeemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Baarqillee, «Yoo ati na woliin deemte, anillee hin deema, garuu yoo ati na woliin deemuu baatte anillee hin deemu› » isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Baaraaqi isi'iin, «Yoo ati na woliin dhaxxe anille hin dhaqa; yoo ati na woliin hin dhaqin ammoo anille hin dhaqu» jedhe.