Judges 5:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me ch'aqasa! Gumi eelati baafattu, ta yaamu yaamsitu, dabsacha AABBO Waaqa odeesite, dabsacha worra Israeli himtu! Duuba gumiini AABBO fullo worrati yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo caqasaa'a! laagaa worra naannoo boolla bisaanii taa'anii wocanii, Laagaan namoota hedduu kun mooyachuu Rabbiitii fi mooyachuu banii Israa'elii mudhisa. Achiin maayessa laagaan banii Rabbii qachaa keessaa gara karraa gad baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qeexala worra heddu'uu ka adaala boolla bisaaniitii dhage'amu dhage'a'a; qeexalli sun injifachaa Mootii Waan Maraa, injifachaa kolbaa Israa'eliille hima. «Achiin duuba kolbaan Mootii Waan Maraa gara karra qacha'aa gad buute.