Judges 5:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani AABBO Waaqa waan jettu, Merozi abaara, nama achi taule abaara. Worri AABBO Waaqa qarqaaru dide, aka askarti isaa ind'umne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii akkana jedhe, «Meerooziin abaaraa'a! worra achi jiraatan maraa sirima abaaraa'a! Isaan Rabbiin ladda hin dhaabanne; Isaaf lolu'uufillee hin hiriirre.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa, ‹Qachaa Merozii abaara'a! Worri qachaa san keessa le'u, Worra hunnaameyyii loliisaan, Mootii Waan Maraa qarqaariisaaf waan hin dhufiniif, akka malee abaara'a› jedhe.