Judges 5:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haati Sisera qaa manatini laalte, mana keesani millatte. Gaarini isaa maanifi akana tura? Fardooleeni isaa maanifi akana laana d'ufti? jette gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin garuu fodda'aan isa laalte; Haati Siisaara'aa qaalawaan gad laala'aa, Maaf konkolaataan fardaa ka mucaa kiyyaa ture? maaf laagaan konkolaata'aa dhagayamuu dhabe?» jettee gaafatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Haati Siisera'aa karaa foddaa manaatiin gad ilaaltee, iyyitee, ‹Garreettaan fardaan harkifamu ka mucaa kiyyaa maaf ture? hididdeettiin kottee fardaa maaf hin dhage'anne?› jette.