Judges 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, gaafa atini gaareeni Seiriti kaate, gaafa lafa Edomu keesaa d'ufte, lafti chochoote, bokai gubbaa baafate. Ee, bisaani dumansa keesaa bafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii keenna! Ati hennaa gaara Edoomiitii kaate, hennaa ati lafa Edoomii irra deemte, lafti hin sochoote; samiiwwan rooba coccobsan, Ee! Duumessi akkasuma bisaan roobe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootii Waan Maraa, yennaa ati gaara Se'iirii irraa kaate, yennaa ati biyya Edoomii keessa deente latti tachootee, ol-gubbaan bisaan dhangalaatte; duumensille bokkeya roobisiise.