Judges 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaani kiyya worra gugurda askarti Israeli bira jira, worra garaa tokooni ufi gabaase. AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan kiyya gara worra Israa'eliin bulchaniiti. gara worra fedha ufiitiin Rabbiif uf kennaniitii, Rabbiin galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan kiyya dura aantota worra woraanaa ka Israa'elii, ka fedhii ifiitiin duuliisaaf murteeffate bira jira. Mootii Waan Maraa leellisa'a!