Judges 6:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini waan isaniini jed'e, Anini AABBO Waaqa keesani; waaqoota worra Amori ka amma isani lafa isaani keesa teetani inkad'atiina. Ammo isani dubbi tiyya d'agayu diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Waaqa keessan, waaqolee tolfamaa biyya Amoorotaa ka keessa teettanii san hin sodaatinaa'a» jedhe; isin garuu waan ani isiniin jedhe hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; waaqota worra Amoorotaa ka lafa keessa leetanuu akka hin sodaanne isinitti himeeraayyu; isin ammoo na hin dhageenne› jedheera» jedhe.