Judges 6:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Jabeenna kanke Kanaani deemi, worra Israeli harka worra Midiani keesaa baasi, nami si ergu anuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi, «Hunnuma qabdu kanaan deemiitii Israa'eliin harka worra Miidiyaamii jalaa baasi, ani si ergeeraa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa gara isaa deebi'ee, «Hunna jadduu teeti tanaan dhaqi! Israa'eloota harka worra Miidiyaanii jalaa akka baattuuf ani si ergaara» jedhe.