Judges 6:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonini waan jed'eeni, Aabbo, anini akami dandae worra Israeli baasa? Balbalti tiyya gosa Manase keesa laaftu, aninileeni worra keenna keesa nama maqa qabuniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoon garuu, «Gooftaan kiyya, ani Israa'eliin worra Miidiyaamii harkaa attamiin oolcha ree? Gofti kiyya gosa Minaase'ee keessaa gosa diqqa'a, anillee mana abbaa kiyyaa keessatti maraayyuu maandha'a.» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewon deebisee, «Ee goottaa kiyya, ani attamiin Israa'el hamburuu dande'a? Firri kiyya fira Minaase'ee keessaa fira diqqa'a; anille maatii tiyya keessaa maandhicha» jedhe.