Judges 6:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Insodaatini, indandeeta, anumati si woliini jira. Atini worra Midiani yoosu balleesita, aka nama toko balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Ani si woliin jiraa waan ani si gargaaruuf worra Miidiyaamii akka namni tokko nama tokko dhawutti dhoofta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa deebisee, «Ani si woliin waan jiruuf, worra Miidiyaanii duudii akka nama tokkochaa hin butuchita» jedheen.