Judges 6:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani waan jetteeni, Foonifi qit'a d'akha kana ira kayi, fuuto gubbati buusi. Gideonini akasuma tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii, «Foonii fi xoroshoo kana fuudhiitii dhagaa kana irra kaayiitii bisaan foonii kana garuu fuudhii isa irratti jissi» jedheen; innillee akkasuma godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaalle Giidewoniin, «Foonii fi daabboo uukoo hin qanne san rassaa kana irra keyiitii, bisaan foonii itti naqi» jedhe. Giidewonille akkuma inni jedhe godhe.