Judges 6:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Gideonini aka malaika AABBO Waaqa arge hubate, sodaate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa gudda, anini malaika AABBO Waaqa ya iluma tiyyaani ufi birati arge!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoonillee hennaa san akka inni maleekkaa Rabbii ta'e hubatee, «Rabbii guddaa'a! ani maleekkaa kee argeeraa na hobbaasi!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewon ergamaa Mootii Waan Maraa akka dhagge yennaa hubate, «Maalo'o, Gootta'a Mootii Waan Maraa, ani ergamaa keeti dura dhaabbadhee ila tiyyaan waan dhaggeef, naaf aanne'e!» jedhe.