Judges 6:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi waan jed'eeni, Naguma, insodaatini, aka d'ibi indootu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu, «Nageenni siif haa ta'u; hin sodaatin hin duutuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo Giidewoniin, «Nageenni sii te'u! Hin sodaatin; hin duutu» jedhe.