Judges 6:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gideonini waan sorio AABBO Waaqa irati baasani artiti jaare, Nageenni AABBO Waaqa jed'e maqa baaseefi (wonti sunini arrale olla Ofra, ka balbala Abiezeri, jirti).
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoon achitti hulee ciinca'aa hojjatee, «Rabbi Waaqa nagayaati» jedhee moggaase; huleen ciinca'aa sun haga adhaallee lafa worra Abi'eezarii hulee oofraa jedhamtu san jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giidewon achitti Mootii Waan Maraatiif addee ciinca'aa ijaaree, «Mootiin Waan Maraa, Mootii Waan Maraa ka Nageyaa ti» jedhee moggaase. Addeen ciinca'aa sun haga adhaalle qachaa «Ofraa» jedhamu ka sanyii Abii'ezerii keessa jirti.