Judges 6:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan sorio irati baasani, ka aka dansa mid'aasani, quqa kana irati Waaqaa jaari. Duuba korma lameeso fuud'i, ch'ufa gubi, Waaqaa baasi, akheekha Ashera ka atini ch'irte kaani qoraani tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulema sanitti Rabbii Waaqa keetii hulee ciinca'aa midhaassii hojjadhu; achiin maayessa sangaa lammeesso'oo fuudhiitii fakii caccabsite sanniiniin ibidda qabsiisii korma san achi irratti ciincaa aaru godhii dhiyeessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tuulaa bututa sanii irratti, Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif addee ciinca'aa haala sirrii te'een ijaari; achiin duuba korma lammeesso'oo fuudhii qaliitii, qoraan utubaa Asheera'aa ka butuchitee jissite saniin, ciincaa dhikeessi» jedhe.