Judges 6:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Gideonini hojattu ufi kud'ani fuud'e, waan AABBO Waaqi isani jed'e kaani tolche, ammo maro inni worra ufitifi nama dira suni sodaateefi, waan suni guyya tolchu dide halkani tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Geedewoon garboota keessaa namoota kudhanii fuudhee akkuma Rabbi jedheen godhe; waan kana namoota qachaa san keessa jiraatanii fi gosa abbaa ufii waan sodaateef guyyaa sodaatee halkan hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Giidewon tajaajiltoota ifii keessaa nama kudhan fuudhee, akkuma Mootiin Waan Maraa isatti hime godhe. Inni guyya'aan tana godhiisaaf, maatii ifiitii fi worra qachaa sanii guddoo waan sodaateef, halkaniin godhe.