Judges 6:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dira suni boriyyaa ganama lafaa kae jennaani waan sorio Baali irati baasanifi akheekha Asherale ch'ufa ka ch'ach'absani balleesani argani, ammalle korma lameeso ka waan sorio irati baasani, ka artiti jaarani suni, irati gubani argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri qachaa sanii ganama yoo ka'an ba'aal waandhi tolfamaan diiggamee, fakiin intalattii Asheeraa ka naannaya hulee arsa'aatitti hojjatamee ture ka diiggameeru arganii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qachaa keessaa boruyyaa barii ganama yennaa ka'e, addeen ciinca'aa ta Ba'aalii diigantee, utubaan waaqa dharaa ta «Asheeraa» jedhantuu bututee, addee ciinca'aaf ijaarante irralle'etti, kormi lammeesso'oo ciinceffameeraayyu.