Judges 6:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba wolgaafatani, Eenuti akana tolche? woliini jed'ani. Worri dubbi suni barbaade, aka Gideonini akasi tolche arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan kana maaltu akkana godhe?» woliin jedha'aa yoo wol gaafatan, ka kana godhe ilma Iyyoo'aasii Geedewoon jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Tana ka godhe eennu?» jedhanee wol gagaafatane; guddoo qorqoraneen duuba tana ka godhe Giidewonii ilma Yo'aasii akka te'e beekane.