Judges 6:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan Yoashini jed'ani, Ilma kanke gabaasi, inijeemna! Nami waan sorio Baali irati baasani ch'ach'abse, akheekha Ashera ka d'aatu jiru ch'ire isuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri qachattii sanii Iyyoo'aasiin, «Ilmi kee hulee ciinca'aa ka ba'aalii diigee fakii Asheera'aallee diigee waan caccabseeruuf ilmi kee haa du'uu gad baasi!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan Yo'aasiin, «Ilmi keeti addee ciinca'aa ta Ba'aalii diigee, utubaa waaqa dharaa ta, ‹Asheeraa› jedhantuu, ka addee ciinca'aa bira jiru waan butucheef, akka ijjeennuuf gad nuu baasi!» jedhane.