Judges 6:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni asi Gideoni maqa Yerubaali baasani; wonti akanatiifi Yoashini waan jed'e, Baalini ha ufi qarqaartu, wonti ch'ach'absani suni ch'ufti tama isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu gaafuma san «Hulee ciinca'aa ka ba'aalii diigee isa woliin haa falmatuu» jedhee Geedewooniin Yiruba'aal jedhee itti moggaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Giidewon addee ciinca'aa ta Ba'aalii butuchee waan jisseef, guyyaa sanii jalqabee, «Yiruub-Ba'aal» jedhamee waamame. Afaan Ibrootaatiin, «Yiruub-Ba'aal» jechuun, «Ba'aal ifumaafuu falmatuu ti» jechu'u.